Qubee Haaweeddisnu!

qh

Bookmark the permalink.

6 Responses to Qubee Haaweeddisnu!

  1. FIRAOL BELAY says:

    Baayyee sinin jaaladhe Obbo Zalaalama ulfaadhaa!

  2. FIRAOL BELAY says:

    dhiifama Dr Zalaalam*

  3. Tamasgeen says:

    What a great job. Hedduu galatoomi. Hujiikee yeroo hedduu nin arga, yoomu hedduun itti gammada. Waldhaansoon isin gootan kun seenaa oromoo qofaa otoo hin ta’iin seenaa ilma namaa keeyisatti bakkee guddaa qaba. African litrature keeyisattillee beekamuu qabdan. Maaliifuu haga yeroon dhufee dadhabbii kana isiniif kanfaluutti, obsaan akka itti fuftan abdiin qaba. Dalaga hedduu nama boonsu.

  4. ayyaanaa says:

    Dr. Zalaalam, Oromoof karaa hedduu gumata gaarii gochaa jirta. Jabaadhu sin jechuun barbaada. Galati kee bilisummaa keenya yaa ta’u.

  5. Pingback: Oromo Literature: Qubee, Walaloo (poems), Mammaaksa, Books and more | OromianEconomist

  6. baay’ee isiin jaaladha jabaadhu foonkoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *


six × = 6

You may use these HTML tags and attributes: <a href="" title=""> <abbr title=""> <acronym title=""> <b> <blockquote cite=""> <cite> <code> <del datetime=""> <em> <i> <q cite=""> <strike> <strong>